Exodus 29:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga guyya torba Harunifi ilmaani isaa, aka anini siini jed'e ch'ufa gula, aada worraani eebisani tana tolchiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ani si ajaje Aaroonii fi ijoollee isaatiillee kana godhi; guyyaa torbaaf gadaa isa taasifta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Seera isaan hayyoota ittiin te'anu guyyaa torba keessatti muummessiisaan, Aaronii fi ilmaan isaatiif, waan ani si ajaje mara tolchi.