Exodus 29:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa guyya torba tolchi. Yo atini akasi tolchite, mesaani suni qulqullae, wonti isaa tuqaleeni ch'ufti qulqulloofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbaa hulee ciinca'aatitti waan araaraatiif qaltee woyyoomsita; huleen ciinca'aallee Woyyuu Woyyoota keessaa ta'a; ka hulee ciinca'aa tuqe maruu hin woyyooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torba addee ciinca'aatiif gumaa cubbu'uu tolchiisaan isii woyyoonsi. Achiin duuba addeen ciinca'aa sun irra caalaa woyyittii hin teeti; wonni isii tuqu marti woyyuu hin teeti.