Exodus 29:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti atini guyya ch'ufa haga jiru jireenna mesa sorio irati naa baaftu tana: ilmaani hoola lama ta ganna toko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ciinca'aa sanitti ka ati dhiyeessitu kana; guyya guyya'aan hennaa maraa korbeeyyii lamaa wogga'aaf dhiyeessita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa mara guyyuma guyya'aan buruusoo korbeeyyii hoole'ee ta woggaa tokko tokkoo lama addee ciinca'aa irratti ciincaa dhikeessi.