Exodus 29:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga jiru jireenna waan gubani Waaqaa baasani kana ha fulla balbala Waaro Woyyuma durati AABBO Waaqaa baasani. Artiti worra kiyyaani wolargine sileeni dubbad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ani si woliin qaaqu'uuf balbala daasee wol gayi'ii dhufe kun Rabbiin afo'otti ciincaa hennaa maraa ciincawu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kennansi gubamu kun dhaloota dhufuufille seensuma Dunkaanii Woldeenna'aatitti ana Mootii Waan Maraa duratti yennaa mara dhikaata. Ani achitti si'iin wol dhaggee, si'itti hin dubbadha.