Exodus 29:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaro Woyyumatiifi waan sorio irati baasani, ka mesa fakaata qulqulleese, ammalle Harunifi ilmaani isaale eebisa, aka qaalole tahani naa hojatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daasee balbala wol gayi'iitii fi hulee ciinca'aallee hin woyyoomsita; Aaroonii fi ijoollee Aaroonii akka isaan gadumma'aan na tajaajilan isaan woyyoomsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maarre ani Dunkaanii Woldeenna'aatii fi addee ciinca'aa hin woyyoonsa; Aaronii fi ilmaan isaalle hayyoota te'anee akka na tajaajilanu hin woyyoonsa.