Exodus 29:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle gurda hid'aanati hid'ifi, kofiale kayifi, akanaani Harunifi ilmaani isaa eebisi. Worraafi d'alooti worraleeni ha haga jiru jireenna qaalole tahe naa hojatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mudhii Aarooniitii fi mudhii ijoollee isaa sabbataan hidhi; qoobiillee itti gootee gadoota isaan goota; seerri gadumma'aa kun baraa haga bara baraa isaaniif ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hidha Aaroniitii fi ilmaan isaatitti hiituu hidhi; maratalle mataa isaaniititti mari. Akka kanaan Aaronii fi ilmaan isaa hayyoota akka te'anu godhi. Hayyummaan seera bara baraa isaaniif teetuu ti.