Exodus 3:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa toko ka Musani ree sodda isaa Yethro qaallu Midiani tissu, inni ree suni lafa aloo keesa gama ila adu fach'aase, reeni suni gaara qulqullo Sinaitiini baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen gadicha worra Miidiyaamii soddaa ufiitii hoolota tissa'aa ture; inni hoolota lafa gammoojji'ii keessa oofee gara kooreebii gaara Rabbii jedhamee waamamuu dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Muuseen hoole'ee fi re'ee soddaa ifii ta Yetroo hayyicha Miidiyaanii adoo tissuu, gaafa tokko hoole'ee fi re'ee san goomolee keessa oofee gara gaara Horeebii ka, «Gaara Woyyicha » jedhamuu dhufe.