Exodus 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan Waaqaani jed'e, Anini woma keesa injiru, akami dandae gara Farao d'aqe ilmaani Israeli lafa Misiri keesaa baasa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee Rabbiin «Ani eennu ka gara Fari'oonii dhaqee ijoollee Israa'elii biyya Misiriitii baasu?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo Waaqaan, «Gara mootii Gibxi'ii dhaqee, kolbaa Israa'elii biyya Gibxi'iitii ka baasu ani eennu?» jedhe.