Exodus 3:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'eeni, Anini wahela sii taha, aka anini si ergu waan kanaani beeta: eegi atini worra kana lafa Misiri keesaa baafte, isani gaaruma kana irati Waaqa kad'attani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Ani si woliin ta'a; akka ani si ergellee malkanni kana; hennaa banii biyya Misiriitii baafte gaara kana irratti na Waaqeffattan» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqille deebisee, «Ani si woliin hin jiraadha. Kolbaa tiyya biyya Gibxi'iitii baattee yennaa fidde gaara kana irratti na hin waaqonfatta; kunille akka ani si erge beessisa si'iif hin te'a» jedheen.