Exodus 3:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani waan Waaqaani jed'e, Yo anini gara gosa Israeli d'aqe, Waaqi abba keesaniti isaniti na erge jed'eeni, worri na gaafate, Maqaani isaa eenu? naani jed'e, anini duuba eenu jed'aani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee Rabbiin, «Yoo ani gara ijoollee Israa'elii dhaqee ‹Waaqa abbootii teennaatitu gara keessan na erge› jedhe, yoo maqaan isaa eennu? jedhanii na gaafatan maal isaaniin jedha?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseelle Waaqaan, «Ani gara Israa'elootaa dhaqee, ‹Waaqi abbootii teessanii gara keessan na ergeera› isaaniin yoo jedhe, isaan ammoo, ‹Maqaan isaa eennu?› jedhanee yoo na gaafatane, ani maan isaanitti hima?» jedhe.