Exodus 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, jaarole Israeli ch'ufa wolti yaami waan jettuuni, AABBOONI, Waaqi ababoota teesani, Waaqi Abrahamu, ka Isaaqo, ka Yakobo, nati mullate waan naani jed'e, Anini waan lafa Misiri keesati isani tolchani ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'iitii jaarsota Israa'elii wolitti qabii Waandhi abboota teessanii Waandhi Abrahaamii, Waandhi Yisaaqiitii fi ka Yaaqoobii «Ani isin argeera; waan biyya Misiriititti isin irra gayellee argeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaqii, jaarsolee Israa'elii wolitti qabiitii, ‹Mootiin Waan Maraa, Waaqi abbootii teessanii, Waaqi Abrahaamii, Waaqi Yisihaqii, Waaqi Yaaqoobii natti mudhatee: Ani biyya Gibxi'ii keessatti isin ilaalee waan isin godhane dhaggeera.