Exodus 3:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya buufad'e aka gaargala lafa Misiri keesa isani baase lafa gosa Kanaani, ta Hiti, ta Amori, ta Perizi, ta Hivi, ta Yebusi, lafa aananifi dammi aka lolaa yauti isani geesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinna biyya Misiriitii gara biyya Kana'aanii, Keexotaa, Amoorotaa, Feerzotaa, Ewiyaanotaatii fi gara biyya Iyyaabusootaa ta aannanii fi damma baaftuu isin baasa jedhee natti mudhate isaaniin jedhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rakkinna keessan ka biyya Gibxi'ii jalaa isin baasee, gara lafa aananii fi dammaa, gara lafa Kana'aanotaa, gara lafa Heetotaa, gara lafa Amoorotaa, gara lafa Pheriizotaa, gara lafa Hiiwotaa, gara lafa Yibusootaa ol isin baasiisaaf waadaa isiniif galeera anaan jedhe› jedhii itti himi;