Exodus 3:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba dubbi tante ch'aqasani sifi jaaroleeni Israeli gara hayyu Misiri deemtani waan jettaniini, AABBO Waaqa, Waaqa Ebraniatini ya wolgarre. Amma si kad'anna, aka atini guyya sadi nu gadi d'iifte lafa alooti imaltu yaana, aka sorio AABBO Waaqa keenna qallu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan «Waan ati jette hin dhagayan; achiin maayessa atii fi jaarsonni Israa'elii mootii biyya Misirii bira dhaxxanii ‹Waandhi Ibrootaa nutti mudhatee, akka Rabbii Waaqa keennaa ciincaa dhiyeessinu karaa deemsa guyyaa sadihii lafa gammoojji'ii keessa deemna› jettaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Jaarsoleen kolbaa Israa'eliille dubbii teeti hin dhage'an. Achiin duuba atii fi jaarsoleen sun gara mooticha Gibxi'ii dhaqa'aatii, ‹Mootiin Waan Maraa, Waaqi Ibrootaa, nu'utti mudhateera. Goomolee keessa karaa guyyaa sadii ideennee, Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf ciincaa akka dhikeessinu nu'uuf eeyyam› jedha'aan;