Exodus 3:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, hayyichi Misiri akanati isani gadi illakisu, haga irreeni tolchaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu mootiin biyya Misirii hunna jaba'aan yoo ta'e malee akka gad isin hin dhiifne Ani hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Gibxi'ii irree jaddu'uun malee akka inni gad isin hin lakkinne ani ammoo hin beeka.