Exodus 3:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini harka kiyya iti olfud'ad'e worra Misiri d'ae waan mama jabdu iti tolcha. Eegi suni inni isani galakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani harka kiyya isatti diriirsee maalalee sodaachisuun biyya Misirii dhaya; achiin maayessa inni gad isin dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani harka kiyya diriirsee bilbaasa odduu isaaniititti tolchu maraan, worra Gibxi'ii hin dhowa; achiin duuba inni akka isin ideentanu hin lakkisa.