Exodus 3:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nad'eeni Israeli ch'ufti nad'eeni olla ufii ta Misiri, yokhaani keessuma mana isii keesa jirtu, d'at'e, woya, faaya nafaa ka worqifi qarsiini mid'aasani kad'atti. Duuba worri Israeli waan kana ch'ufa ilmaani isaaniti naqe, akasiini worra Misiri iraa wo boojia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartiin maruu ollaa ufii irraa, ta mana isi'ii jirtu irraa meeshaa birrii, worqi'ii fi faaya gara garaatii fi uffatallee hin fudhatan; isin ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta intalaatitti gootan; akkaataa kanaan worra biyya Misirii saamtanii yaatan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin Israa'elootaa tokko tokkooyyuu ollaa ifiitii fi dubartii worra Gibxi'ii ta mana isi'ii leetu seesa meeti'iitii fi worqi'ii akkasuma woyaa akka kennituuf gaafattuu ti. Seesa kana ilmaanii fi durra teessanitti naxxanee, woyaalle itti hin uffittan; akka kanaan qabeenna worra Gibxi'ii guurattan» jedhe.