Exodus 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi aka Musani iti d'iaatu arge jennaani, Musa! Musa! jed'e mukha kaani keesaa isa yaame. Musani waan jed'eeni, Anini kunooti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka Muuseen waan kana laalu'uuf dhufe argee, saatoo keessaa «Muusee! Muusee!» jedhee waame; Muuseenillee «Yaa!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi akka Muuseen ilaaliisaaf dhaqe yennaa dhagge, tusee keessaa, «Muuse'e! Muuse'e!» jedhee waame. Muuseelle, «Ani kunoo as jira!» jedheen.