Exodus 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan jed'e, Anini yayu gaargala worra kiyya ka lafa Misiri keesa tau arge, boha worri nama worra hojachiisu iraa bohu d'agaye, d'iba worra kiyya hubad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi, «Rakkinna banii kiyyaa ka biyya Misirii jiruu argee waan worra isaan gabbarsiisaniitii fi iyya isaan iyyan dhagayeera; rakkoo isaaniillee beekeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, «Ani dhugumaan rakkinna kolbaa tiyya ta biyya Gibxi'ii keessaa dhaggeera; iyya isaan worra isaan garboonfatu jalaa bayiisaaf iyyanulle dhage'eera; farra isaaniille beekeera.