Exodus 3:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana me ilaali, booti gosa Israeli ya naa geete, anini gaargala worri Misiri worra gaargalchu ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
amma iyyi ijoollee Israa'elii gara kiyya ol bayeera; dhiibbaa worri biyya Misirii isaan irratti godhu argeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma kunoo, iyyi Israa'elootaa na bira geetteerti; worri Gibxi'ii akka isaan cunqursaarulle dhaggeera.