Exodus 30:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini worra Israeli heddu, nami ch'ufti ha maro lubbu ufiitiifi wo AABBO Waaqaa baasuti, aka henna suni keesati d'ukubi isaaniti bue isaani imballeesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati hennaa ijoollee Israa'elii laakkoftu akka balaan isaan irra hin geenne namni maruu akkuma laakkobsa isaaniitiin waan lubbuu ufii ittiin furu Rabbii haa kennuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati kolbaa Israa'elii yennaa laakkottu, isaan yennaa laakkowamanu, balaan akka isaanitti hin buune, wodoo lubbuu ifii ana Mootii Waan Maraatiif kaffalanuu ti.