Exodus 30:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami henna suni keesa jiru ch'ufti ha waan iti murani baasuti, aka murani gula. Nami ch'ufti waan kana ha AABBO Waaqaa baasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri laakkayame maruu akkuma kennaa mana woyyumma'aatiin saqilii madaallii wodhakkaa kenna; saqilii wodhakkaa Rabbiif keessaa fuudha; kun haga dhagaa diddamaa ta'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri laakkossatti dabalamu martinuu akka madaallii Dunkaanii Woyyitti'iititti meetii gara giraama kudhanii tokkoo kennuu ti. Kennansi kun ana Mootii Waan Maraatiif kennama.