Exodus 30:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ka henna keesa jiru, ka ganni isaa diddama oli, ha qooda kana AABBO Waaqaa baasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka itti eda'amee laakkayame maruu woggaa diddamaa irraa jalqabee worri achii oliillee Rabbii kennaa kenna;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri laakkossatti dabalamu marti, ka woggaa diddamaatii fi woggaa diddamaa olii, kennansa naaf kennanuu ti.