Exodus 30:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qori guddo bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitule sibiila diimani mid'aasi. Jiddu Waaro Woyyumatiifi mesa hit'aani irati aarsani kaani d'aabi, bisaani iti naqi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Saanii irratti dhiqatanii fi waan isa irra kaayan sibiila diimaa irraa hojjadhu; isa hulee wol geettii daase'eetii fi hulee ciinca'aa wodhakkaa keettee bisaan itti buufta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akka itti dhiqatanu, gabataa itti dhiqatanuu fi waan isa irra keyanu sageettuu irraa hujiitii wodhakkaa Dunkaanii Woldeenna'aatii fi addee ciinca'aa keyiitii, bisaan itti naqi.