Exodus 30:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ato Waaro Woyyuma inseeniini yokhaani mesa sorio ka sagale irati baasani kaaniti ind'iaatiini, aka idoone.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara daasee wol gayi'ii seenan hennaa Rabbiif ciincaa ibiddaan guban dhiyeessanii fi hennaa ciincaa dhiyeessan akka hin duune haa dhiqatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa Dunkaanii Woldeenna'aa seenanu akka hin duune bisaan saniin dhiqatanuu ti. Isaan kennansa ibiddaan gubamu ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessiisaan tajaajiliisaaf gara addee ciinca'aa yennaa dhikaatanulle,