Exodus 30:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri harkaafi miila d'iqachu male aka idoone. Tunini aada ta worraafi d'alooti worraleeni haga jiru jireenna gula yau male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka hin duune harkaa fi miila ufii haa dhiqatanii; kun isaa fi sanyii isaa maraafuu seera baraa haga bara baraa haa ta'uu»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka hin duuneef harkaa fi miila ifii bisaan saniin dhiqatanuu ti. Kun dhaloota dhufuuf, Aaronii fi sanyii isaatiif seerata bara baraa te'uu ti» jedhe.