Exodus 30:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba waan kana ch'ufa d'ad'a qulqullo muudaa, ka aka qayya wolti makhani, mid'aasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhadhaa dibataa akka urgooftuu adda addaatiin ogeessi hojjateetitti hojjatta; inni dhadhaa dibataa woyyuu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka fiqiree worri hujii isi'ii beeku hujuu godhiitii zayitii muudamaa woyyittii huji. Isiin zayitii muudamaa woyyittii hin teeti.