Exodus 30:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mesafi miha isaa ch'ufafi waan ifseeni ira ejitufi miha isiitiifi waan mesa fakaata ka hit'aana irati aarsanifi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gabata'aa fi mi'a maraa, baattuu ibsa'aatii fi meeshaa isaa, girgiraa, ciincaa hixaana itti aarsan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
xarapheessa'aa fi meya isaa mara, waan issaa irra keyanuu fi meya isi'ii mara, addee ciinca'aa ta hixaanni irratti aarfamu,