Exodus 30:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan mesa fakaata ka sorio irati gubanifi miha isaa ch'ufa woliini, ammalle qori guddo bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitule ch'ufaani muudi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
meeshaa ciincaan gubamu irratti godhamu maraa, saanii harka irratti dhiqatanii fi waan inni irra taa'ullee hin dibda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa ta kennansa gubamuutii fi meya isi'ii mara, akkasuma gabataa itti dhiqatanuu fi waan isa irra keyanu dibi.