Exodus 30:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani waan kana ch'ufa eebisi qulqulleesi, aka isiini qulqullooftu; ammalle aka wonti waan suni tuqa ch'ufti qulqullo taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maraa woyyoomsitee Woyyuu woyyoota keessaa ta'an; namni meeshaa kanniin tuqu maruu hin woyyooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan irra caalaa woyyoomanu ati isaan woyyoonsi; isaanille irra caalaa woyyuu hin te'an; ka isaan tuqe marti woyyuu hin te'a.