Exodus 30:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubbaa, moga isaa afraanifi gaafa isaa afraanu worqiini duuchi, qota isaale ch'ufa worqiini marsi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
naannaya girgidda'aa ka gubba'aa gaafa isaa worqii misha'aan uwwifta; naannaya isaallee worqi'iin goodda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gubbaa isi'iitii fi roga isi'ii mara, gaafota isi'iille worqii qulluu itti gonfi. Roga isi'ii irra naannessii xiyyoo worqi'ii itti huji.