Exodus 30:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallu male nama d'ibiini imuudiina, ammalle kara d'ad'a kanaani mattani deebitani d'ad'a d'ibi imakhiina. Wonti akanatiifi inni qulqullo, tanaafi isanileeni aka waan qulqullo heregu maltani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dibata kana nafa namaa irratti hin buusin; dhadhaa dibataa ka biraa ka akkasii hin hojjatinaa'a; inni woyyuu waan ta'eef isinillee woyyoota ta'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zayitii tana nama mara irratti hin dhangalaasina'a. Zayitii akka kanaa ta dhibiille hin hujina'a; isiin woyyitti'i; akka isiin woyyuu teetelle qalbeeffadha'a.