Exodus 30:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ad'a akana kana mid'aase yokhaani nama qaallu intahiini muude ha gosa keesaa baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni akkas godhuu fi ka nafa nama biraa irrattillee buusu banii keessaa fooyamee haa baduu› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami zayitii akka kanaa ta dhibii hujee, hayyoota malee nama dhibii muude marti, kolbaa ifii keessaa bawuu ti› jedhi» jedhe.