Exodus 30:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Qayya urgaa kana — haanch'a dakaratiifi waan aka urgo urgooftufi qumbifi hit'aana dansa ch'ufa, ka haga taka, fuud'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een akkana jedhe, «Urgooftuu mishaa, ham'ee coccophu, elellaan urgaawu, ham'ee muka urgaawuu, hixaana mishaa fuudhii maraa wol qixa godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Uddowaa dansaa: ceem'aa muka uddowuu, uddowaa muka adda addaa irraa dhaggamu, aanan muka uddowuutii fi hixaana muka hin qanne ka madaalliin isaanii wol qixxee te'ane fuudhiitii,