Exodus 30:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana ch'ufa fuud'i, waan urgooftu aka qayya makhani mid'aasi. Sooda iti dari, ka qulqulleese qulqullo tolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma urgooftuu ogeessi hojjateetitti atillee hixaana akka qulqullaayee woyyoomu sooqiddaan sukkuumi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka fiqiree worri hujii isi'ii beeku hujuu, atille soodda itti naqiitii hixaana qulluu woyyicha qopheessi.