Exodus 30:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Riiqi bulleesi, Waaro Woyyumati geesi, Sanduqa Wold'aqisa durati firfirsi, waan urgaa kana aka isiini guddo qulqullo heregi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa irraa diqqoo fuudhii tumii bulleessi; achii fuutee daasee anii fi ati keessatti wol geennu ka raga'aa afoo keetta; inni Woyyuu Woyyoota keessaa isinii haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa irraa diqqaa isaa daakii bulleessiitii, Dunkaanii Woldeenna'aa keessaa addee ani si'iin wol dhaggu Saanduqa Gondooro'oo fuula dura keyi; inni irra caalaa woyyuu si'iif te'a.