Exodus 30:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara kanaani waan urgooftu d'ibi, ka kana fakaata, imid'aafatiini. Ammalle waan kana ch'ufa aka waan qulqullo AABBO Waaqaa baasaniti heregi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hixaana akkasii san ufiif hin godhatinaa'a; isin birattillee ka Rabbiif woyyoome haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hixaana akkasii ifiif hin qopheeffatin; inni ana Mootii Waan Maraatiif woyyuu akka te'e qalbeeffadhu.