Exodus 30:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan mesa fakaata kana golla Sanduqa Wold'aqisa durati hid'ani dura d'aabi. Sunini fulla anini iti d'ufe si argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afoo saanduuqa waada'aa ka raga'aa golga afo'oon goota; kanallee hennaa ani sitti dhufu afoo qadaada cubbuun ittiin dhiifamu irra keetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee ciinca'aa san gollaa Saanduqa Gondooro'ootiin duratti fannifameeruun fuula dura, qadaaddaa addee gumaan araara cubbu'uu irra keyamu ka Saanduqa Gondooro'oo irra jiru addee ani si'iin wol dhaggu san dura keyi.