Exodus 30:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diirama ch'ufa yo Harunini ifse mid'aasu d'ufu, ha hit'aana urgaa aarsuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aaroon hixaana urgaa misha'aa irratti haa aarsuu; ganama ganama hennaa ibsaan ife hixaanni itti haa aaruu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Aaron yennaa issaa qopheessu, ganama ganama addee ciinca'aa irratti hixaana foolee dansaa qabu aarsuu ti.