Exodus 31:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
woya mimid'aadu Harunifi ilmaani isaa hojja huji qaallu hojattu keeyatanifi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uffata gadumma'aan ittiin na tajaajilan, uffata Aaroonii ka gadumma'aa, uffata ijoollee isaa maraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
woyaa kuulante woyyittii ta Aaronii fi ilmaan isaa yennaa hayyumma'aan tajaajilanu uffatanu,