Exodus 31:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'ad'a muudatiifi waan urgooftu ta fulla qulqullo mid'aasanile. Hojja worri waan kana ch'ufa mid'aasu, ha akuma anini siti hime kaani gula mid'aasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhadhaa dibataa ka mana woyyumma'aatiif ta'uu fi hixaana urgaan isaa misha'aa akkuma ani si ajaje haa godhanii»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
zayitii muudaa, addee woyyitti'iifille hixaana uddowu akkuma ani si ajajetti hujanuu ti» jedhe.