Exodus 31:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu, Guyya kiyya ka Sabato jabeesa, wonti akanatiifi guyyaani kunini akheekha jiddu tiyyafi teesani jiru, haga d'aloota keesani ch'ufa, ka aka anini, AABBO Waaqi, isani nama kiyya tolfad'e agarsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; ani Rabbii isin woyyoomsu akka ta'e akka beettan, anaa fi isin, ijoollee ijoollee teessaniitiif woyyuu akka ta'u Sambata kiyya eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa Israa'eliitiin, ‹Guyyaa Sanbataa kiyya eeggadha'a. Ani Mootii Waan Maraa ka isin woyyoonsu akka te'e akka beettanuuf, dhaloota dhufu mara keessatti Sanbati kun anaa fi isin wodhakka'atti beessisa hin te'a.