Exodus 31:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi worri Israeli ha d'aloota worra ch'ufa keesa guyya Sabato qaabate guyya oolma tolfate, akasiini akheekha wold'aqisa garsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii, ijoolleen ijoollee isaanii waadaa baraa haga bara baraa ta'e Sambata hara baafatu'uun haa eeganii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii dhaloota dhufu mara keessatti, Gondooroo bara baraa gootee, guyyaa Sanbataa eeggatiisaaf jilifattuu ti.