Exodus 31:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jabeenna kiyyaani guute. Ammalle anini yayu hubachafi ogumafi qalbi waan harkaani mid'aasanile kenneefi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii hujii isaa maraan ogummaa'a, hubanna'aa fi beekkumsa akka argatu itti guuteera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ogumma'aan, dandeetti'ii fi beekkumsaan hujii harkaa mara akka huju Ayyaana kiyyaan isa guuteera.