Exodus 31:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini yayu Oholiabu, ilma Ahisamaki, ka gosa Dani, fohad'e wahela tolcheefi. Ammalle anini yayu ogeeyi d'ibile qalbi oguma guddo kenneefi, aka worri dandae waan anini, Mid'aasa jed'e ch'ufa mid'aasu:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isa woliin hojjatu gosa Daanii keessaa ilma Ahisaamikii Eeliyaabiin kenneeraaf; waan ani si ajaje maraa akka godhaniif ogummaa onnee ogeeyyii maraa keessa godheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, gosa Daanii keessaa ilma Ahisamaakii Aholiiyaab akka isa qarqaaru fileera; waan ani si ajaje mara akka hujanu, worra hujii harkaa beeku maraafille ani ogummaa kenneera.