Exodus 31:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaro Woyyuma, Sanduqa Wold'aqisatiifi qadaada isaa, miha Waaro suni ch'ufa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daasee wol gayi'ii, saanduuqa waada'aatii fi meeshaa qadaada isaa ka isa irra jiruu fi meeshaa daase'ee maraa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dunkaanii Woldeenna'aa, Saanduqa Gondooro'ootii fi qadaaddaa araarri cubbu'uu irra keyamu ka isii irra jiru, meya Dunkaanii Woldeenna'aa mara,