Exodus 31:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
mesafi miha isaa woliini, waan ifseeni ira ejitu, ka worqi ch'allaani mid'aasanifi miha isiile ch'ufa, waan mesa fakaata ka hit'aana irati aarsani;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gabataa, meeshaa baattuu ibsa'aa woliin woyyoome maraa, girgiraa hixaanaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
xarapheessa'aa fi meya isaa mara, waan issaa irra keyanu ka worqii qulluu irraa hujamee fi meya isi'ii mara, addee ciinca'aa ta hixaanni irratti aarfamu,