Exodus 31:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan mesa fakaata ka sorio irati gubanifi miha isaale, qori guddo bisaani iti d'iqatanifi waan isiini ira ejitule;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee ciincaan irratti gubamu, meeshaa ciincaan irratti dhiyaatu maraa, saanii irratti dhiqatanii fi waan isa irra kaayan, uffata ogumma'aan hojjatame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa ta kennansa gubamuutii fi meya isi'ii mara, gabataa itti dhiqatanuu fi waan gabataan sun irra keyamu,