Exodus 32:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma na lakisi; anini gugubad'e dallane, d'aqe worra balleesa; ammo sifi d'aloota kanke gosa guddo tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani lola kiyyaan isaan gubee akka isaan balleessu na dhiisi; si ammo nama abbaa banii gudda'aa si taasisaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aariin tiyya isaan irratti bobeettee, akka ani isaan fixu ati na lakkisi. Achiin duuba ani gosa guddoo takka si hin tolcha» jedhe.