Exodus 32:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Musani AABBO Waaqa isaa kad'ate waan jed'e, AABBO Waaqa atini maafi worra kanke ka atini lafa Misiri keesaa irre tante guddooni baafte akana iti dallanta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen Rabbii Waaqa ufii afo'otti «Yaa Rabbi; isaan baaftee isaan irratti maaf guddiftee aartee lolte?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen ammoo Mootii Waan Maraa Waaqa ifii daadimatee, «Ee Mootii Waan Maraa, kolbaa teeti ta ati hunna guddo'oo fi irree jaddu'uun biyya Gibxi'ii keessaa baatte irratti aariin teeti maaf bobeetti?