Exodus 32:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani, ka d'akha hahafalicha lama, ka seeri Waaqa gama lachuti qorisa qabu harkaa qabu, gaara iraa gabue.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Muuseen deebi'ee dhagaa baxxee waada'aa lamaan harkatti qabatee gaara irraa gad bu'e; dhagaan baxxeen waada'aa gamaa fi gamanaan barreeffama qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen dhakaa baxxicha lamaan ka gama lamaaniinuu seerri kudhan duraa fi duubaan itti barreeffameeru san harkatti qabatee, gaara irraa gad bu'e.